Dhibee mudaamuddii kulkulfannaa lukaa
gufannaa dukkanaa deemsa halkan walakkaa
filiqqee dhaabbataa galaa ijibbaataa
kun lammata hin ta'u asumat dhumata
gufannaa dukkanaa deemsa halkan walakkaa
filiqqee dhaabbataa galaa ijibbaataa
kun lammata hin ta'u asumat dhumata
No comments:
Post a Comment