GUyyaan tokko kan namni eessa jirta maqaan kee eenyu ,eessaa dhuftee anaan jedhuu ni dhufaa laataa?
namni kan qophaa isaa hin dhalanne sababa horiifi nama dabeef nagaa namaa dhabuun isaa waana nama gaddisiisu keessaa isa guddaa fi hangafa ta'ee nqaztti mul'ata
yaa waa egaa anis akkuma nama isa kaanii kaayyoon dhaladhee maaliifan namaan wallaalamee laata ?
karaa baay'een kan namni ittiin nama gaafatu yoo jiraate karaa horii kan ta'e wanta nama jibbisiisu lafa kanaa keessaa guddaa dha
ani yaa waaqayyo kanan dura ittiin of beeku kana hin turre yoonn jedhu ,akkuma nama nama kaayyo boonsaa qabnu keessaa nama tokkoon ture .har'a garuu yaa waaq maaliif nama kaayyoo hin qabne keessatti na lakkoofsisteee laata ?
dalgaan namni tokko har'aa isaa kan boree isaas ittiin boonu keessa inni guddaa kaayyoo isaa akka ta'enan beeka . yaa waaq adaraa kee na hin hirraanfatiin........
guyyaan ani lafa lixu dhabe sana gaafa ani si biran jiraa hin sodaatiin anaan jette sana nan yaadadha .
har'a garuu,gaafa namni toko ille hiriyaan waliin dhaladhee guddadhe na jalaa qabu dude kan eessa jirta ?
yaa qaaq adaraa ijji ke si'uma taka haala duraa sanaan na haa ilaalu .
galfatan siif laadhu adaraa anaaf godhi mee si'uma takka na madaali

No comments:
Post a Comment