Saturday, May 5, 2012

kangooftaa

kan gooftaa koo yoon maal jedhe dubbadhee itti ba'uu akkan danda'u hin beeku .
jaalalli inni addatti anaaf qabu akkana jedhee dubbadhuu fi himuu hin danda'u.
kan goftaan  kiyya keessa na baaasaa jiru hundinuu , goochaan inni anaaf ta'es hammanaan isaa  hin beekamu .
gaafan nama na biradhaabbatu yeroon dhabetti inni ana faana  waan ta'eef
gochaa isaaf galanni ani laadhuf kanaan ni jalqaba .
isas gabaabinatti haala hirraanfatamuuu hin danda'amneen akkuma inni anaaf ta'etti himuf nan yaala

No comments: